Eeggadhaa, barbaadaa jira...
Tajaajiloonni Hiriya Technology Solutions walitti dhufeenya haaromsaa fi barbaachisummaa daldalaa wal bira qabanii dhiyaatu. Website haarawa qopheessuu irraa jalqabee, app mobayilaa guddinaaf mijataa ijaaruu, mul’ata kee SEO’n fooyyessuu fi karoora daldalaa qindoomina qabu kennuu – hundi isaanii bu’a qabeessa ta’uu fi si dursa kaasuuf kan qophaa’e dha. Tajaajiloonni keenya bu’aa ifatti argamu siif kennu, akkasumas addunyaa dijitaalaa saffisaa keessa si dursa keessatti kaa’u.
Teeknoloojii Ammayyaa Fayyadamuun Marsariitii saffisaa, Ijatti tolu fi deeggarsa fayyadamtootaa guddisu hpjjenna.
Apilikeshinoota moobaayilaa saffisaa fi nageenyi isaa eegame Androoyidii fi iOS irratti ni hojjenna.
Dhaabbilee dadalaa gara guddinaatti tarkaanfachiisuuf teeknooloojii, karoora qindaawaa fi jijjiirama dijitaalaa fayyadamna.
Marsariitii keessan sadarkaa isaa ol kaasuu fi daawwattoota dabaluu irratti ni hojjenna.