Misooma Daldalaa
Hiriya Technology Solutions , dhaabbileen daldalaa itti fufiinsaan akka guddatan humneessa. Tarsiimoon keenya hubannoo gabaa, teeknooloojii, fi hojii walitti makuun bu’aa qabatamaa fi safaramuu danda’u galmeessa.
Tajaajiloota Ijoo Keenya
- Qorannoo fi Xiinxala Gabaa
- Tarsiimoo fi Karoora
- Gurgurtaa fi Maamilaa Argachuu
- Adeemsa Hojii Fooyyessuu
- Teeknoloojii Fayyadamuun Hojii Ariifachiisuu
Maaltu Adda nu godha?
- • Tarsiimoo daldalaa cimaa Hojii keessan milkeessu
- • Murtoo qorannoo irratti hundaa’e
- • Muuxannoota indastriilee garaagaraa
- • Hojiilee Dhawaataan Hojjechuu fi Bu;a qabeessa taasisuu
- • Deggersa fi gorsa itti fufiinsa qabu
Daldala Keessan Gara Sadarkaa Olaanaatti Fidu
Har’a nu qunnamaa, fedhii misooma daldalaa keessan haa mari’annu akkasumas guddina waliin fiduuf.
Jalqabi