Eeggadhaa, barbaadaa jira...
Nuti furmaata dijitaalaa cimaa kan haaraa ta'ee fi kalaqaan dabaalame, dhaabbilee humneessu fi jijjiirama waaraa fidu hojjenna.
Hiriyaan dhaabbata misooma sooftiweerii mul’ata cimaa qabatee, Itoophiyaa keessatti hundaa'e dha. Nuti oomisha dijitaalaa saffisaa fi humna qabu kan rakkoolee addunyaa hiiku uumuu irratti hojjenna.
Ogeessonni keenya kalaqaa, tarsiimoo fi teeknooloojii haarawa walitti makuun bu'aa olaanaa maamiltootaaf kennu.
Dhaabbata Teeknooloojii jabaa Afrikaa ta'uu, sirna ikoo dijitaalaa itti fufiinsa qabu kan hawaasa olkaasu fi guddina saffisiisu ijaaruu.
Dhaabbilee karaa teeknooloojii fi kalaqaan humneessuu, walta'insaan hojjechuu fi dizaayinii jiruu namaa guyya guyyaa jijjiiru hojjechuu.
Jijjiirama guddataa adeemu fi daangaa ce'u.
Iftoominaan, amanamummaa fi karaa ifaa ta'een hojjechuu.
Waliinn hojjechuun kalaqaan dabalame, guddina akka ariifachiisu amanna.
Ka'umsa yaadaa irraa hanga hojii jalqabutti, teeknooloojiin isin deeggarra. nu waliin hojjedhaa mul’ata keessan dhugoomsaa.