Ashawaa Meedaa, Magaala Shaggar Gamoo Shaaqaa
+251 9262 8223
hiriyatechs@gmail.com
Hiriyaa
Ka'umsa
Tajaajiloota
Dizaayinii Marsariitii
Teeknoloojii Ammayyaa Fayyadamuun Marsariitii saffisaa, Ijatti tolu fi deeggarsa fayyadamtootaa guddisu hpjjenna.
Hojiiwwan Aplikeeshiinii Moobaayilaa
Apilikeshinoota moobaayilaa saffisaa fi nageenyi isaa eegame Androoyidii fi iOS irratti ni hojjenna.
Daldala Teeknoolojiin Guddisuu
Dhaabbilee dadalaa gara guddinaatti tarkaanfachiisuuf teeknooloojii, karoora qindaawaa fi jijjiirama dijitaalaa fayyadamna.
Fooyya'insaa Injinii Fayyadamaa(SEO)
Marsariitii keessan sadarkaa isaa ol kaasuu fi daawwattoota dabaluu irratti ni hojjenna.
Oomishaalee
Hiriya Barnoota
Plaatfoormii dijitaalaa ammayyaa, sirna barnootaa to’achuuf fi bulchuuf hojjetamedha. Barattoota, barsiisota, qormaata fi gabaasa to’achuun salphaa taasisa, dandeettii fi bu’aa barnootaa ni guddisa.
Hiriya Fayyaa
Pilaatfoormii Dijitaalaa Nageenyi isaa eegamaa fi qindaa'aa ta'e Hospitaalota fi Kilinikootaaf ni dhiyeessa. Galmee Dhukkubsataa, beellama, kaffaltii fi gabaasa to’achuun; tajaajila fayyaa saffisaa fi qulqullina qabu ni deggera.
Hiriya ERP
Hojii fi hojumaata dhaabbata gurguddaa Faayinaansii, Humna Namaa, Gurgurtaa haala gabaa fi kan biroo karaa qindaa'aa ta'een dhiheessa.
Hiriyaa Kuusaa
Akkaataa nageenya qabuun Daataa fi app keessan kuusuu, to’achuu fi babal’isuun salphaa taasisa; deeggarsa saffisaa fi walitti fufaa gahaa ni kenna.
Waa'ee Keenya
Hojiiwwan
Nu qunnamaa
Afaan Filadhu
Afaan Oromoo
Amharic
English
⌄
Eeggadhaa, barbaadaa jira...
Hiriyaa Teeknooloojii Soolushiin