Hiriya Barnoota
Mana barumsaa ammayyaa dijitaalaa waliin humna kennuu.
Baruuf Barsiisuu Karaa Dijitaalawaan Hoogganuu
Sagantaa barnootaa, hojiiwwan fi qormaata to’achuuf mala dijitaalaa fayyadamuun yeroo barsiisotaaf oolchuu fi barattoota hirmaachisu.
Bakka Barataa fi Maatiin itti Fayyadamuu
Barattoota fi maatiidhaaf dashboard dhuunfaa kennee tarkaanfii, argamuu fi qunnamtii hordofuuf gargaara.
Xiinxala fi Gabaasa
Mana barumsaa keessatti hojii, argamuu fi haala jiru irratti hubannoo kennuun murteewwan sirriitti taasifamu danda’u.
Mana Barumsaa Kee Har’uma Dijitaalessi
Manneen barumsaa Hiriya Barnoota Fayyadamuun Barnoota Dijitaalessuunn, muuxannoo barnoota cimaa horatanitti ammuma dabalami.
Quote Argadhu